Artist Alii Birraa hojii artii barri irra hin dabarreen jaarraa walakkaa darban keessa Itoophiyaarra darbee addunyaatti beekameera. Afaanota hedduutiin weellisuun addatti kan beekamu Artist Alii ...
Alii Birraa dhiheenya kana hojii muuziqaarratti xiyyeeffataa hin turre, hojii tola ooltummaa fi karaa amantii Islaamaa irra bu'ee akka ture miidiyaa biyya keesaa tokkorratti dubbateera. Sheek Hajjii ...